Isaiah 22:24 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo fit'a isaatiifi nami isaani bulu isa gaargalcha. Worri akuma okholeefi sorora fafannisani, isati fafannifama!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Meeshaa ulfinnaa ka mana abbaa isaa ka ilmaanii, ka abbootaatii fi ka akaakayyootaallee xuwwe'ee fi otteellee meeshaa didiqqaa maraa itti fannisan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Ulfinni maatii isaa duudiin ijoolleen, ijoolleen ijoollee isaanii, meen didiqqaan mana keessaa, sini'ii jalqabee haga waaba'aatitti isatti hin fannifaman.