Isaiah 22:4 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Amma na lakisi aka anini worra kiyya ka due laalefad'e bohu. Garaa na jabeesite iraa na inhambisini.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaafuu «Na irraa fagaadhaa'a; mararamee booyaa; waan badii banii kiyyaa na jajjabeessuu hin yaalinaa'a» jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Tanaaf ani, «Badii kolbaa tiyyaatiif, wiiccifadhee hin bowaa na irraa fagaadha'a; na jajjabeessiisaafille hin wodhaanina'a» jedhe.