Isaiah 22:5 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hojaani tunini hojja nami mudame ufi jibbaate Bale Daayya keesati waan tahu wollaalu. Nami waan kana nutiini d'ufe, AABBO Waaqa gudda naabo dira keenna ch'ach'absani balleesani, gaareeni keesa nami iyye qarqaarsa fed'ate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi; Rabbi Gooftaan banii maraa; dhooqa mudhataatitti; hulee wocaa, hulee itti dhiitamanii fi ka raafamaa, gaafa dallaya diigan; gaafa gara gaarraniititti iyyan qaba.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Goottaan, Mootiin Waan Maraa Ka Waan Mara Dande'u dhooqa mudhi'ii keessatti guyyaa raafama, dhiitamaa fi bararaqa fidu qaba; guyyaa san dalleenni dhaka'aa hin jijjiga; kolbaalle gara koobaa hin iyyiti.