Isaiah 22:7 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Bale Yuda, ta sagale guddo baaftu, gaari fardi hirkisuti guuta; balbala fullo Yerusalemu dura askartini farda yaabate ejaanjiti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Dhooqaawwan kee lalisaa konkolaataan fardaa kee ol guuteera; worri fardaallee balbala qachaa teetii irra dhaabataniiran.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Dhooqi teeti dadansaan garreettaa fardaan harkifamuun guutante; abbootiin fardaa karra qachaa keetii dura dhaabbatte.