Isaiah 22:8 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Wonti Yuda nyaapa iraa d'owa ch'ufti ya badde. Gaafa woni sunini taate, isani miha lolaa ka mana badda keesa jiru gadi baaftani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Waan Yihuudaan golgattuunillee diiganiiran; gaafas meeshaa woraanaa ka mana kuusaa bosona keessaa argite.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Dalleenni Yihudaan itti gollattu jige. Guyyaa san isin gara meya woraanaa ka mana mootumma'aa ka gongomaa Libaanonii keessaa ilaaltane.