Isaiah 23:1 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Kunini d'aamsa waan dira Tiro ka d'aamani. Isani worri hobolooni baariini gubba yau, laalefad'a boha! Dira keesani ka Tiro ya balleesani, maneenifi fullaani hobolooni iti galtu ya badde ona taate. Ato hobolooni teesani lafa Kiproti d'ufu jirtu, qonqooni tunini isaniti d'ufti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Dubbii waan Xiroosiitiif dubbatame; markaboota Tarseesii banne jedhaa'a; Xiroos waan diiggamteef; manaa fi buufata markabaa malee hafteerti; biyya Qophiroosiitii; oduun isaanii bayeera.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Raagi marroo qachaa Xiiroosii asii gad jira; Qachaan Xiiroosii diigamee, manaa fi addee buufataa malee waan hafeef, Ee hoboloota gugurdoo Tarshiishii bowa'a! Oduun tun biyya Qophiroosii irraa dhutte.