Isaiah 23:11 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi yayu harka isaa baariini ira qabe lafa hayyuuni fidu balleese, fulla worri Foinike daldala iti tolchule balleesa jed'e.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi harka ufii galaana irra badhise; mootota isi'iillee hin naasise; maandheewwan Kana'aaniillee akka diiggaman ajaja kenne.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa harka ifii abbaayaa irra diriirsee, mootummoota isi'ii rommisiiseera; dalleya dhaka'aa ka Kana'aaniille akka diigamuuf ajajeera.