Isaiah 23:14 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worra baariini guddo keesa hobolooni yau, laalefad'a boha. Dira isani abdattani ya balleesani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isin markaboonni Tarseesii; banne jedhaa'a; maandheen keessan diiggameeraa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ee isin worri hoboloota gugurdoo Tarshiishiitiin yaatanu, qachaan keessan ka dalleya dhaka'aa waan diigameef, wiiccifadha'aa bowa'a.