Isaiah 23:17 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Eegi ganni torbatama sunini dabre, AABBO Waaqi dira Tiro daldala duri kaaniti deebise, duuba diri suni hayyoota lafa ch'ufati ufi gurgura.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Woggaa torbaatamaan maayessa Rabbi qachattii Xiroosii hin tooyata; gara hujii daldala isi'ii ka duraatitti isii deebisa; mootota adunyaa keessa jiran maraa woliin seebarti.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Woggaa torbaatamaan duuba Mootiin Waan Maraa Xiiroos hin yaadata; isiin sagaagala ifii ka qaraatitti deebitee, daldala ifiitiin mootota biyya lafaa duudii woliin hin sagaagalti.