Isaiah 23:3 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
baariini taaku, ka mid'aani lafa Misiri bite gurgure gosa ch'ufa woliini daldalu ergitani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Bisaan gugurdaa irra; Xiroosii midhaan Shiihoorii dhufa'aa ture; midhaan abbaayii galii isi'ii ture; isiin buufata daldala moototaa taate.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Midhaan dhooqa Nayilii Abbaayaa gugurdoo irra Xiiroosiif hin dhufaayyu; kunille galii isi'ii guddoo waan te'eef, Xiiroos dikkoo daldala gosa biyya adda addaa ti.