Isaiah 23:4 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Dira Sidoni, ya si ch'eersani! Bisaani baariini si mormatani waan jed'ani. Anini takaa ijoolle d'ale d'iirafi dubra inguudimne.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Qachaa Siidoona'aa! ati maandheen galaanaa; sodaadhu; galaanni «Hin ciniinsifanne; hin deenne; ijoollee dhiiraatii fi ta intalaa hin guddifne» waan jedheeruuf.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ee Sidoon qachaa kushee Abbaaya'aa fokkifadhu; sababille abbaayaan dubbatee, «Ani hin ciniinsifanne; hin deennelle'e; ijoollee dhiiraatii fi ijoollee durraalle hin guddifanne» jette.