Isaiah 23:7 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Kunini d'uguma dira Tiroti, ka gammada qabu, ka duri jaarani? Kunini d'uguma dira nami isaa baariini taake fagaate lafa d'ibi qubate?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ta lutti isi'ii biyya fagoo fidde; ta akka achitti quphattu isii goote; qachaan bara durii; qachaan teessan ta gammachu'uutii fi ta qanani'ii tanaa?
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Kun qachaa keessan ka durii, qachaa gammadaa, ka namooti achi keessaa gara biyya fago'oo qubatiisaaf dhaqanee motii?