Isaiah 23:8 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Eenuti malate, waan kana ch'ufa dira Tiro ka hayyuuni fideeni d'ufe ka daldaltuni isaa lafa ch'ufa keesa gurra qabdu?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ta gulloo ulfinnaa godhatte; ta daldaltoonni isi'ii abboota murti'ii ta'an; ta worri ulfinnaa ka gurguratuu fi ka jijjiiratu keessa jiraatutti; ka Xiroositti waan kana yaade eennu?
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Qachaa Xiiroosii ka dur ulfinna namaaf kennu, ka daldaltooti isaa akka ilmaan moototaa, ka worri meya isaa gurgurulle biyya lafaa irratti ulfinna qabu karoora kana eentu isa irratti baase?