Isaiah 23:9 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqa guddati waan kana malate. Woni inni malateefi aka kiyyiba worra suni balleese jara isaani gugurda ch'eersu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Uf jajuu ulfinna maraa salphisu'uuf; waan ardii irratti ol jedhe maraa gad deebisu'uuf Rabbi Gooftaan banii maraa murteesseera.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa Ka Waan Mara Dade, koora worra qachaa Xiiroosii ka ulfinna qabuu salphisiisaaf, namoota isaa ka biyya lafaa irratti ulfinna qabanu mara gad qabiisaaf, karoora kana baase.