Isaiah 24:1 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi lafa ch'ufa balleese ona tolcha. Inni lafa mich'iire, nama keesa tau ch'ufa gargari firfirsa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kunoo Rabbi lafa duwwaa taasisa; sirima isii balleessa; tuulaa diiggame isii taasisa; worra isii keessa jiraatanillee hin bittinneessa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Kunoo, Mootiin Waan Maraa biyya lafaa duwwaa godhee onsa; inni lafa gara balleessee, worra lafa irra le'u hin bittinneessa.