Isaiah 24:11 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Dira keesa farso d'abani nami iyyaa yaa; gammadi ya lafa keesaa bade, deebie indeebiu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Bayima marattuu ka daadhii woyini'ii qabdu jedha'aa iyyan; gammachuun maruu gara gaddaa jijjiirama; usheexxuun maruu lafa irraa badeera.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Karaa irratti daadhii woyni'iitiif hin iyyan; gammadi gara gaddaa deebi'e; ililleettiin biyya lafaa keessaa badde.