Isaiah 24:13 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gosa lafa keesa jirtu ch'ufa waan kanati qabata, wonti sunini muraansa mid'aani fakaati, gaafa mid'aani ejersa mukha iraa d'aanani mid'aani zabibu mukha isii ira guurani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akkuma yoo ejersa dhayan daraaraan harca'u; akkuma hurbuu woyini'iillee yoo muran qarmiin hafu; lafa irratti; baniinillee akkasuma ta'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre biyyi lafaatii fi gosi biyya adda addaa, akka muka ejersaa ka midhaan isaa irraa hargufameetii fi akka midhaan unkuruura muka woyni'ii irraa guuramee woxoon hafuu hin te'an.