Isaiah 24:16 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Haga muumme lafa nu faaru gosa Israeli ta d'uga faarsani d'ageenna. Ammo anini ya bade hobau jira! Nami nama yaku huji ufi ta namaani yaku illakisu yo iti hammate male.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Faaruu «Woyyichaaf ulfinni haa ta'u» jedhu; daangaa lafaatii dhageenne; ani garuu, «Hin huqqadhe; hin qadhadhe; na hobbaasi! gantoonni dabarsanii kennan; gantoonni gantummaa ufiitiin dabarsanii kennan» jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Qaccee biyya lafaa irraa faaruu leellisaa ta, «Ulfinni Waaqa balcha'aaf te'u» jettu hin dhageenna. Ani ammoo deebisee, «Ani huqqadhe! Ani huqqadhe! Aanne'e naaf! Worri maltooleen dabarsanee kennane; maltooleen maltummaa ifiitiin dabarsanee kennane» jedhe.