Isaiah 24:18 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami mudamsu baqatu ch'ufti boola keesa bua, ammalle nami boola baqattu t'urura keesa bua. Bokayi gubba farqate, yayabi lafaleeni chochoa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ka laagaa raafamaa dheessu; boolla seena; ka boollaa baye; siibo'otu qaba; waan foddaawwan sami'ii banamaniif; hundeen lafaallee hin raafamte.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nami qoonqoo bararassitu baqatu, boolla keessa hin bu'a; nami boolla keessaa ol bayu tiyyo'oon hin qabama. Roobi hamaan ol gubba'aa hin rooba; hundeen lafaalle hin tachooti.