Isaiah 24:21 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Guyyaani ind'ufa, ka AABBO Waaqi waan gubba mohatatifi waan lafa mohatale gaargalchu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Bara san Rabbi; hunna samiiwwan gubbaa jiran; mootota gad ardii irra jiran; isaan adaba.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yennaa san Mootiin Waan Maraa hunna ol-gubba'aa maraa fi bulchitoota lafa irraa hin adaba.