Isaiah 24:22 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waaqi worra lafa mohatu suni boola keesati wolti guure hid'a. Inni booluma keesati worra lakisa, haga guyyaani worra gaargalchani gahuti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akka hidhamtoota boolla keessa jiranii; wolitti guuraman; manuma hidha'aatitti isaanitti cufama; guyyaa hedduun maayessa murti'iif dhiyaatan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan akka namoota boolla keessatti hidhamaneeranuu, wolitti qabaman; haga yennaan isaan adabamanu geettutti manni hidha'aa isaanitti cufamee achi turan.