Isaiah 24:5 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Biyyiti yayu seera Waaqa balleesite kakhu inni haga jiru kakhate ch'absite, akanaani lafa t'ureesite.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Lafti banima ufiitiin battoofteerti; seera diiganiiran; seera cabsaniiran; waadaa bara baraa diiganiiran;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Kolbaan biyya lafaa irra leetu seera Mootiin Waan Maraa eegatiisa, seerata isaa hordofuu diddee, gondooroo isaa ta bara baraa diiddee lafa batteessiteerti.