Isaiah 24:6 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Tanaafi Waaqi yayu lafa abaare, biyyitileeni maro wollaala ufitifi gaargaluu jirti. Duuba biyyiti d'umatte, nami diqayaani hafe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaafuu abaarsi lafa balleessa; baniin waan yakka ufiitiif adabama; kanaafuu worri ardii irra jiraatan gubataniiru; baay'ee hago'otu hafe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Tanaaf abaarsi biyya lafaa hin balleessa; kolbaan isi'iille yakkaa ifiitiif hin adabanti. Tanaaf kolbaan lafa irra leetu gubattee, worri diqqaan callaan hafeera.