Isaiah 25:1 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ee AABBO Waaqa, atini Waaqa kiyya; anini si guddise maqa kanke faarsa. Atini yayu waan mama tolchite, waan duri malatte ch'ufa aka dansaa guute.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yaa Rabbi! ati Waaqa kiyya; si kabajja; maqaa kee jaja; waan maalale'ee ka dura yaadame; amanamummaa guutu'uun waan raawwatteef.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ee Mootii Waan Maraa, ati Waaqa kiyya; ani si hin jajadha; maqaa keetille hin leellifadha; waan maade'ee ka dur yaadde addatamumma'aan muummessiteerta.