Isaiah 25:10 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi gaara Sioni qorqorata, ammo worra Moabu, akuma ch'idi d'oqe looni keesati d'id'itani, d'id'itani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Harki Rabbii gaara kana irra ta'a; garuu akkuma buraan dhoqqe'een wolitti dhiitamu; Moo'aabillee akkasumatti dhiitama.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Harki Mootii Waan Maraa gaara Xiyoonii hin eega; kolbaan Mo'aabii ammoo, akkuma hicaaceen dhoqqe'een dhiitantu, miila isaa jalatti hin dhiitaman.