Isaiah 25:11 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri harka ufi dirirfate aka nama bisaani daakhatu taha. Ammo Waaqi worra ch'eerse, harki worraleeni akanumati bisaani keesa lit'a.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akkuma ka bisaan daaku harka badhisu; keessa taa'anii harka badhisan; Gooftaan uduu dhara harka isaaniitiin hin sobamne; uf jajuu isaanii salphisa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan akka nami bisaan daaku harka ifii badhifatu, dhoqqee san keessatti harka ifii hin badhifatan; Mootiin Waan Maraa ammoo maltummaa isaaniitiin adoo hin sobamin, koora isaanii gad hin qaba.