Isaiah 25:12 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni maneeni Moabu jajabdu girgida d'ed'eera qabdu ch'ach'abse balleese lafati jisse bulleese d'uke tolcha.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Dallaya kee ka dheeratee ijaarame gad deebisa; gad isa buusa; gara ardi'ii gad buusee; daaraa irratti gata.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni dalleya dhaka'aa dheeraa ka qachaa Mo'aabii gad qabee, lafatti buusee, bukuu irratti hin jissa.