Isaiah 25:2 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Atini dira balleesite ona tolchite, maneeni isaa jajabdule ch'ach'absite. Maneeni dadansaani nyaapi keenna jaarate yayu haga jiru jireenna badde.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Qachattii tuulaa dhaga'aa gooteerta; qachattii dallayamtellee diiddeerta; qachaan ormaa ta dallayamte; ammaa achi hin jiraattu; deebiteellee hin ijaaramtu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ati qachaa san tuulaa rassa'aa gooteerta; dalleya dhaka'aa ka qachaa saniille diiddeerta. Manni mootumma'aa ka alagaan ijaare haganaa achi hin jiraatu; ijjumaa deebi'eelle hin ijaaramu.