Isaiah 25:4 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hiyyeesafi nami qarqaarsa inqamne guyya gaargala siti baqate, qarqaarsa siraa argata. Atini dao taateefi bubbe iraa d'owarte, gaadisa taateefi adu ira d'owarte. Nami hamani aka bubbe adolesa nama d'ae, akuma oola lafa gamooji nama qabata.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hiyyeessaa irkoo; ka rakkata'aa hennaa rakko'oo dawo'oo; ka dambalii jalaa itti dhokatan; oo'a adu'uutittillee gaaddisa taateef; hafuurri gar jabeeyyi'ii akka dambalii girgidda'atti bu'uu waan ta'eef;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ati hiyyeessaaf addee itti baqatu, rakkata'aaf yennaa rakkinnaa addee itti baqatu, yennaa bokkeya bubbe'ee addee jalatti qophatanu, yennaa o'a adu'uulle gaaddisa teeteertaaf. Wonni afaan worra gadhaa jabaatuu keessaa bayu, akka bokkeya bubbe'ee ka dhaaba manaa dhowuutii fi