Isaiah 25:5 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo atini nyaapa keenna ya ch'allisiifte; akuma dumansi guyya owa lafa qabaneesu, akasuma atini iyyana nama hamaa qabaneesita.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akkuma oo'a lafa gammoojji'iiti; iyya ormaa haxum goota; akkuma oo'i gaaddisa duumessaatiin qabbanaayu faaruun worra gar jabeeyyi'iillee akkasuma haxum jedha.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
akka o'a goomole'ee ti. Akkuma duumensi o'a qabbaneessu, ati hogaa alaga'aa cadhi hin goota; faaruun isaaniille hin hatti.