Isaiah 25:6 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gaara Sioni kana irati AABBO Waaqi guddaani gosa lafa ch'ufati jila tolcha; jila sagale dadansaafi daad'i dansa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi Gooftaan banii maraa gaara kana irratti; banii maraafuu affeerraa nyaataa guddaa; nyaachisa daadhii woyini'ii ka bilchaate; foon coomaa fi daadhii woyini'ii filatamaa qopheessa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa Ka Waan mara Dade, gaara Xiyoonii irratti gosa biyya adda addaa maraaf, daadhii woyni'ii ta baate, foon coomaa fi daadhii woyni'ii dansaa areertii hin qoheessa.