Isaiah 25:7 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gaara kana irati inni golla dumansa, ka gosa ch'ufa gubba tau, iraa fuud'e balleesa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Gaara kana irratti; golga banii kana maraa irratti badhifame; waan mootota irratti uwwifame; hin balleessa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni gaara kana irratti gollaa gaddaa ka gosa biyya adda addaa mara golle hin balleessa.