Isaiah 25:8 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi dua haga jiru jireenna balleese, nama ch'ufa imimaani ira haaqe, ch'eera lafa ch'ufa keesati gumi isaa qabate iraa fuud'a. Dubbi tana AABBO Waaqati jed'e!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Du'a baraa haga bara baraa hin balleessa; Rabbi Gooftaan; imimmaan fuula maraa irraa haqa; salphinna bani'ii; lafa irraa balleessa; Rabbi waan dubbateef.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Goottaan, Mootiin Waan Maraa haga bara baraa du'a hin balleessa; inni ila nama duudi'ii irraa imimmaan hin haqa; salphinna kolbaa ifii biyya lafaa duudii irraa hin fageessa. Mootiin Waan Maraa tana dubbateera.