Isaiah 25:9 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Guyya suni nami ch'ufti waan jed'u, Inni Waaqa keenna! Nu isa abdanne, innileeni ya nu baase. Inni AABBO Waaqa! Nu yayu isa abdanne, amma waan inni nu baaseefi gammada qamna.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa san akkana jedhama; «Waandhi keenna kunoo kana; isa abdanne; innillee nu oolche; Rabbi kana; isa abdanne; nu oolchuu isaatitti haa gammannuu; haa usheexxinuu.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yennaa san kolbaan, «Dhuguma inni Waaqa keenna; nuuti isatti addannee, innille nu fayyise; Mootiin Waan Maraa ka nuuti itti addanne, isa kana; kowa'a fayyisiisa isaatitti gammannee ilillinna» hin jetti.