Isaiah 26:1 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Guyya suni sirba kana lafa Yuda keesati sirbani: Diri keenna jaba! Waaqumati naabo isaa qorqorata!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Guyyaa san faaruun kun biyya Yihuuda'aatitti faarfatama; qachaa jabduu qabna; Waandhi keenna; dallawwan isi'iitii fi; maandheewwan isi'ii akka oolchan taasiseera.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yennaa san faaruun asii gad jirtu lafa Yihuda'aa keessatti hin faarfanti: «Nuuti qachaa jabaa qanna; Waaqi dalleya dhaka'aatii fi kushee qacha'aa saniin nu hambure.