Isaiah 26:10 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ato atini worra ch'ubbicha naatele, worri kara d'uga imbaratu. Lafa nama d'uga keesaleti worri ch'ubbu lakisu dide guddinna kankele inargu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hammeeyyiin yoma garaa laafaniifillee; balchummaa hin baratan; biyyuma qajeeltuu keessattuu hammeenna raawwatan; gaachena Rabbii hin hubatan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Worra hama'aaf gadhaa yoo laafanelle, balchummaan maan akka teete hin baratanu. Isaan lafa qajeelumma'aa keessalle'etti waan hantuu hujan; arnya Mootii Waan Maraalle hin qalbeeffatanu.