Isaiah 26:11 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nyaapi, kanke aka atini worra gaargalchu feetu imbeekhu. Ee AABBO Waaqa, worra ch'eersi gaargalchi. Ha gaargala atini worraa kurfeesite argatuti. Aka atini worra kanke jaalatu worra agarsiisi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yaa Rabbi! irreen kee ol ol jedheera; isaan garuu hin hubanne; hinaaffaa ati banii keetii qabdu haa arganii; haa mullanii; ibiddi diintota keetii qophaaye isaan haa nyaatu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ee Mootii Waan Maraa, harki keeti isaan adabiisaaf ol ka'eera; isaan ammoo hin dhagganu; akka ati kolbaa teetiif hinaattu dhagganee qaanowanuu ti; ibiddi ati diinaaf qopheessite isaan fixuu ti.