Isaiah 26:18 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nu d'alaafi ch'ininfanna, ammo woma ind'allu. Nu lafa teennaa woma imbaane womale intolchineefi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hin ulfoofne; ciniinsu'uun hucuucamne; garuu qilleensa deenne; ardi'iifillee fayyummaa hin finne banii adunya'aa hin deenne.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Akka dubartii ulfoottee ciniinsifattee teene; ammoo womaa hin deenne; waan biyya qarqaaru, waan hunye hin qannu; biyya lafaa irralle'etti nama hin daballe.