Isaiah 26:19 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri keenna ka duri due injiraata, reefi worraa inkaa. Nami due awaala ufi keesa jiru ch'ufti kae gammadaani sirba. Akuma fit'eesi lafa godde jiisu, akasuma AABBO Waaqi nama duri due kaasa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Garuu worri kee ka du'an jiraattota ta'an; reeffi isaaniillee hin ka'a; isin worri biyyee keessa jiraattan; ka'aa'a; gammachu'uun faarfadhaa'a; fixeensi kee akka fixeensa ganamaati; ardiin worra du'e deetti.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Kolbaan teeti ta duute hin kaati; reeffi isaanii hin ka'a. Isin worri awwaalantaneertanu ka'a'aatii, ilillisa'a! Ee Mootii Waan Maraa, Fixeensi ati ergitu fixeensa jiruu kennu waan te'eef, latti ekeraa ol hin baatti.