Isaiah 26:21 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi mana isaa ka gubbati d'ufuu jira, aka nama lafa ch'ufa maro ch'ubbu isaanitifi gaargalchu. Lafti d'iiga d'ossaani gubbati jissani imulifti, nama isi irati ijeesanile deebite ind'ossitu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Banii ardii irra jiraatu waan cubbuu isaatiif adabu'uuf; kunoo Rabbi hulee jiraatuu bayee dhufa; lafti dhiiga isii irratti jige ol baafti; ammaa achi worra ajjeefamanillee hin dhossitu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Kolbaa biyya lafaa cubbuu isaaniitiif adabiisaaf, kunoo, Mootiin Waan Maraa addee bultoo ifiitii dhufiisatti jira. Latti dhiiga isii irratti dhangala'e hin mudhitti; haganaa achi worra ijjeefamane hin dhossitu» ta jettu.