Isaiah 26:4 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Guyya ch'ufa AABBO Waaqa d'aabad'a, isati hojja ch'ufa nu qorqorata.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Baraa haga bara baraa Rabbitti amanaa'a; Rabbi Gooftaan dhagaa qarsa'aa ka bara baraa waan ta'eef.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni rassaa bara baraa waan te'eef, haga bara baraa Mootii Waan Maraatitti addadha'a.