Isaiah 26:5 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni nama ufi saadu yarse, dira jajaba worri iti galu balleese, naabo isaa ch'ach'abse bulleesa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worra ol gubbaa irra jiraatan gad buusa; qachaa ol guddattellee hin salphisa; lafatti isii gata; daara'aan wolitti isii maka.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni qachaa kooru hin salphisa; worra achi keessa le'ulle hin adaba. Inni qachaa ol ka'e san gara lafaa gad hin qaba; bukuu keessalle'etti gad hin gata.