Isaiah 26:8 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nu fed'i tante guunne, si d'aabanne, si male waan d'ibi infeenu,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yaa Rabbi! karaa seera keetiitiin deemu'uun; waan si abdanneeruuf; maqaan keetii fi gurri kee hawwii garaa keennaati.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ee Mootii Waan Maraa! Karaa seera keetii irra ideemaa, addi'iin si eeganna; maqaa keetii fi waan ati nuu goote qaabatiisa dharraana.