Isaiah 26:9 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Halkani anini herega kiyya ch'ufaani si yaada; gaafa atini lafafi nama keesa taule qoru d'uftu, worri gaafasi waan d'uga barata.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Lubbuun tiyya halkaniin si yaaddi; hafuurri kiyyallee si barbaada; hennaa murtiin kee gara ardi'ii dhufu; baniin adunya'aa balchummaa baratan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Halkan lubbuun tiyya si dharraati; ayyaanni kiyyalle si dharra'a; yennaa ati lafatti murtu, kolbaan biyya lafaa irra leetu balchummaa hin baratti.