Isaiah 27:1 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Guyya suni Waaqi goraade jabdu aka male qara qabduni goorjama Lewiathani jed'ani, ka bisaani keesati galu, ka ufi garagalche aka bofa lohu, gaargalcha.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi guyyaa san; leewaataanii bofa filliidamaa leewaataanii jawwee mammaramu; guraadee gudda'aa fi qarama'aan ajjeesa; busaawaa guddaa galaana keessaallee hin mummura.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yennaa san Mootiin Waan Maraa shallaagaa ifii ka sodaachisu, ka qara qabuu fi jaba'aan, dhudhuufaa gugatu, dhudhuufaa mammarataa hin adaba; bineensa naacha fakkaatu, ka «Lewaataan» jedhamulle hin ijjeesa.