Isaiah 27:11 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Dameeleeni mukhaa ya gogodde ch'ach'abt'e, duuba nad'eeni guurte qoraani tolfatti. Waan biyyiti woma inhubannefi, Waaqi worra uume worraa nahe ineebisufi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Haafni isi'ii yoo gogu hin caccaba; dubartoonni dhufanii qoraan godhatan; banii hubannaa hin qabne waan ta'eef; uumaan garaa isaanii hin laafu; ka isaan qamashe isaanii hin araaramu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Dameen mukaa yennaa goddu, hin caccaddi; dubartooti dhuttee qoraan hin caffatti. Kolbaan tun hubantii waan hin qanneef, ka isaan Dade isaaniif hin nayu; isaanille'eef hin mararu.