Isaiah 27:12 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Guyya suni AABBO Waaqi haguma galaana Fratiti iti keeyate seera lafa Misiriti d'aabe, gumi ufi toko tokooni wolti guura akuma dargaye d'aanani ch'idiini gargari baasani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Gaafas akkuma qonnaan bulaan qamadi'ii fi buraa gar gar baasu Rabbi banii Israa'elii laga Efraaxisiitii kaasee haga daangaa biyya Misirii jiruu wolitti qaba.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Guyyaa san Mootiin Waan Maraa kolbaa ifii Israa'eloota laga Efraaxiisii irraa jalqabee, haga meessaa biyya Gibxi'iititti tokko tokkoon wolitti hin qaba. Inni akka nama midhaan hicaacee irraa adda baasuu worra dhibii irraa adda isaan hin baasa.