Isaiah 27:3 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini hojja ch'ufa isi eege bisaani iti naqe, aka nami woma intolchine halkanifi guyya tissa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani Rabbii isa eegu; hennaa maraa bisaan obaasa; kanaafuu eennullee isa hin miidhu; halkanii guyyaa hin eega.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani Mootiin Waan Maraa fichaa san hin eega; yennaa mara bisaan hin obaasa; nami tokkolle akka hin miine halkanii fi guyyaa isa hin eega.