Isaiah 27:9 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo hojaani Israeli daba araaramani, hojja d'akha sorio waaqa d'araati irati baasani ch'ach'absani daara tolchani. Ammalle waan hit'aani irati aarsanifi akheekha waaqa Ashera jed'ani balleesani ch'alla.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yaaqoob dhagaa hulee ciinca'aa; akka dhagaa adi'iititti daakee yoo bulleessu; utuba'aa fi hulee ciinca'aa ka hixaana irratti aarsan ka asheera'aa; yoo hule'ee buqqisee gatu; yoo san yakki hin dhiifamaaf; kun bu'aa guutuu cubbuun isaa irraa ka'u'uu ta'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Kolbaan Israa'elii dhakoota addee ciinca'aa ka waaqota dharaa, akka dhakaa boore'ee yennaa caccassanee butuchane, utuboota waaqa dharaa ta, «Asheeraa» jedhantuu, addee ciinca'aa ta hixaana itti aarsanulle yennaa balleessane, yakkaa ifiitiif araara hin dhaggatan.