Isaiah 28:1 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri lafa Efraimu ke tau ya bade! Guddinni worraa, akuma daraara mata jaarole worraa ira kayani ta Farso d'udde machoofte baddu, baduu jira. Mata worraa d'ad'a urgaa dibani ammo worri achi machiini hobae ufumaa ch'iisa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ta machooftuu Efreemiitii yaadannoo taate; ta sammuu dhooqa lalisee gubba'atti ol baatee; abaaboo quurtuu bareedinna ulfinna isaa; ta daadhiin woyini'ii isi'ii fiixaa isaaniitiif boona taate; qachattii san hobbaasi!
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Qachaa Samaariya'aa, worra machowaa Efreemiitiif kallacha kooriisaa ka te'e, dhooqa lafa laattuu gubba'atti, daraaraan dansummaa ulfinna isaa ka irraa qooreef, ka worri daadhii woyni'iitiin sule ittiin kooruuf aanne'e!